Al-Layl · 17/21
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Layl
وَسَيُجَنَّبُهَا الْأَتْقَى ۝١٧
Wa sa yujannnabuhal atqaa
📖 Afaan Oromoon
Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Al-Layl

15لَا يَصْلَاهَا إِلَّا الْأَشْقَى
Hoonga’aa malee ishee hin seenu
16الَّذِي كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Kan sobsiisee gara gale (malee)
17وَسَيُجَنَّبُهَا الْأَتْقَى
Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira
18الَّذِي يُؤْتِي مَالَهُ يَتَزَكَّىٰ
Kan qabeenya isaa qulqulleeffachuuf kennu
19وَمَا لِأَحَدٍ عِندَهُ مِن نِّعْمَةٍ تُجْزَىٰ
Haala isa bira nama tokkoof galanni galfamu hin jirreen (kan kennatu)
Al-LaylTarreeffama Qur'ana
21Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Layl 17

Suuratu Al-Layl Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira

Suuratu Aayah 17/21 — Suuratu Al-Layl الليل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Layl Caqasi, Suuratu Al-Layl Hiikkaa, Suuratu Al-Layl mp3, Suuratu Al-Layl pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers