Al-Layl · 20/21
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Layl
إِلَّا ابْتِغَاءَ وَجْهِ رَبِّهِ الْأَعْلَىٰ ۝٢٠
Illab tighaaa`a wajhi rabbihil a `laa
📖 Afaan Oromoon
Fuula Gooftaa isaa ol aanaa tae barbaachaaf malee (hin kennu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-21 — Suuratu Al-Layl

18الَّذِي يُؤْتِي مَالَهُ يَتَزَكَّىٰ
Kan qabeenya isaa qulqulleeffachuuf kennu
19وَمَا لِأَحَدٍ عِندَهُ مِن نِّعْمَةٍ تُجْزَىٰ
Haala isa bira nama tokkoof galanni galfamu hin jirreen (kan kennatu)
20إِلَّا ابْتِغَاءَ وَجْهِ رَبِّهِ الْأَعْلَىٰ
Fuula Gooftaa isaa ol aanaa tae barbaachaaf malee (hin kennu)
21وَلَسَوْفَ يَرْضَىٰ
Dhugumatti, inni fuulduratti jaalachuuf jira
Al-LaylTarreeffama Qur'ana
21Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Layl 20

Suuratu Al-Layl Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuula Gooftaa isaa ol aanaa tae barbaachaaf malee (hin kennu)

Suuratu Aayah 20/21 — Suuratu Al-Layl الليل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Layl Caqasi, Suuratu Al-Layl Hiikkaa, Suuratu Al-Layl mp3, Suuratu Al-Layl pdf. Aayah 18–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers