Al-Layl · 11/21
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Layl
وَمَا يُغْنِي عَنْهُ مَالُهُ إِذَا تَرَدَّىٰ ۝١١
Wa maa yughnee `anhu maaluhooo izaa taraddaa
📖 Afaan Oromoon
Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Layl

9وَكَذَّبَ بِالْحُسْنَىٰ
Islaamummaa sobsiise immoo
10فَسَنُيَسِّرُهُ لِلْعُسْرَىٰ
(Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra
11وَمَا يُغْنِي عَنْهُ مَالُهُ إِذَا تَرَدَّىٰ
Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu
12إِنَّ عَلَيْنَا لَلْهُدَىٰ
Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mulisuun) Nurra jira
13وَإِنَّ لَنَا لَلْآخِرَةَ وَالْأُولَىٰ
Dhugumatti, Aakhiraafi addunyaan keenya
Al-LaylTarreeffama Qur'ana
21Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Layl 11

Suuratu Al-Layl Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu

Suuratu Aayah 11/21 — Suuratu Al-Layl الليل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Layl Caqasi, Suuratu Al-Layl Hiikkaa, Suuratu Al-Layl mp3, Suuratu Al-Layl pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers