Al-Layl · 3/21
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Layl
وَمَا خَلَقَ الذَّكَرَ وَالْأُنثَىٰ ۝٣
Wa maa khalaqaz zakara wal unthaa
📖 Afaan Oromoon
Isa kormaafi dhalaa uumeenis

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Al-Layl

1وَاللَّيْلِ إِذَا يَغْشَىٰ
Halkaniin (nan kakadha); yeroo (inni) haguuge
2وَالنَّهَارِ إِذَا تَجَلَّىٰ
Guyyaanis yeroo inni mulate
3وَمَا خَلَقَ الذَّكَرَ وَالْأُنثَىٰ
Isa kormaafi dhalaa uumeenis
4إِنَّ سَعْيَكُمْ لَشَتَّىٰ
Dhugumatti, dalagaan keessan adda adda (wal dhaba)
5فَأَمَّا مَنْ أَعْطَىٰ وَاتَّقَىٰ
Namni kennatee Rabbiin sodaate
Al-LaylTarreeffama Qur'ana
21Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Layl 3

Suuratu Al-Layl Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa kormaafi dhalaa uumeenis

Suuratu Aayah 3/21 — Al-Layl الليل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Layl Caqasi, Al-Layl Hiikkaa, Al-Layl mp3, Al-Layl pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers