Al-Layl · 12/21
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Layl
إِنَّ عَلَيْنَا لَلْهُدَىٰ ۝١٢
Inna `alainaa lal hudaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mulisuun) Nurra jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-Layl

10فَسَنُيَسِّرُهُ لِلْعُسْرَىٰ
(Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra
11وَمَا يُغْنِي عَنْهُ مَالُهُ إِذَا تَرَدَّىٰ
Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu
12إِنَّ عَلَيْنَا لَلْهُدَىٰ
Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mulisuun) Nurra jira
13وَإِنَّ لَنَا لَلْآخِرَةَ وَالْأُولَىٰ
Dhugumatti, Aakhiraafi addunyaan keenya
14فَأَنذَرْتُكُمْ نَارًا تَلَظَّىٰ
Ibidda qabsiifamaa tae isin sodaachise
Al-LaylTarreeffama Qur'ana
21Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Layl 12

Suuratu Al-Layl Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mulisuun) Nurra jira

Suuratu Aayah 12/21 — Suuratu Al-Layl الليل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Layl Caqasi, Suuratu Al-Layl Hiikkaa, Suuratu Al-Layl mp3, Suuratu Al-Layl pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers