Al-Layl · 15/21
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Layl
لَا يَصْلَاهَا إِلَّا الْأَشْقَى ۝١٥
Laa yaslaahaaa illal ashqaa
📖 Afaan Oromoon
Hoonga’aa malee ishee hin seenu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Layl

13وَإِنَّ لَنَا لَلْآخِرَةَ وَالْأُولَىٰ
Dhugumatti, Aakhiraafi addunyaan keenya
14فَأَنذَرْتُكُمْ نَارًا تَلَظَّىٰ
Ibidda qabsiifamaa tae isin sodaachise
15لَا يَصْلَاهَا إِلَّا الْأَشْقَى
Hoonga’aa malee ishee hin seenu
16الَّذِي كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Kan sobsiisee gara gale (malee)
17وَسَيُجَنَّبُهَا الْأَتْقَى
Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira
Al-LaylTarreeffama Qur'ana
21Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Layl 15

Suuratu Al-Layl Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hoonga’aa malee ishee hin seenu

Suuratu Aayah 15/21 — Suuratu Al-Layl الليل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Layl Caqasi, Suuratu Al-Layl Hiikkaa, Suuratu Al-Layl mp3, Suuratu Al-Layl pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers