Al-Layl · 10/21
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Layl
فَسَنُيَسِّرُهُ لِلْعُسْرَىٰ ۝١٠
Fasanu yassiruhoo lil`usraa
📖 Afaan Oromoon
(Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Layl

8وَأَمَّا مَن بَخِلَ وَاسْتَغْنَىٰ
Nama don’oomee of ga’e
9وَكَذَّبَ بِالْحُسْنَىٰ
Islaamummaa sobsiise immoo
10فَسَنُيَسِّرُهُ لِلْعُسْرَىٰ
(Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra
11وَمَا يُغْنِي عَنْهُ مَالُهُ إِذَا تَرَدَّىٰ
Yeroo inni (ibiddatti) kufu qabeenyi isaa isa hin fayyadu
12إِنَّ عَلَيْنَا لَلْهُدَىٰ
Dhugumatti, karaa qajeelaa ifa galchuun (mulisuun) Nurra jira
Al-LaylTarreeffama Qur'ana
21Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Layl 10

Suuratu Al-Layl Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Karaa) jabduuf isa laaffisuuf jirra

Suuratu Aayah 10/21 — Suuratu Al-Layl الليل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Layl Caqasi, Suuratu Al-Layl Hiikkaa, Suuratu Al-Layl mp3, Suuratu Al-Layl pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers