Al-Layl · 16/21
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Layl
الَّذِي كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ ۝١٦
Allazee kazzaba wa tawallaa
📖 Afaan Oromoon
Kan sobsiisee gara gale (malee)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Layl

14فَأَنذَرْتُكُمْ نَارًا تَلَظَّىٰ
Ibidda qabsiifamaa tae isin sodaachise
15لَا يَصْلَاهَا إِلَّا الْأَشْقَى
Hoonga’aa malee ishee hin seenu
16الَّذِي كَذَّبَ وَتَوَلَّىٰ
Kan sobsiisee gara gale (malee)
17وَسَيُجَنَّبُهَا الْأَتْقَى
Namni Rabbiin sodaatu immoo ishee irraa fageeffamuuf jira
18الَّذِي يُؤْتِي مَالَهُ يَتَزَكَّىٰ
Kan qabeenya isaa qulqulleeffachuuf kennu
Al-LaylTarreeffama Qur'ana
21Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Layl 16

Suuratu Al-Layl Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kan sobsiisee gara gale (malee)

Suuratu Aayah 16/21 — Suuratu Al-Layl الليل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Layl Caqasi, Suuratu Al-Layl Hiikkaa, Suuratu Al-Layl mp3, Suuratu Al-Layl pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers