Hud · 102/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Hud
وَكَذَٰلِكَ أَخْذُ رَبِّكَ إِذَا أَخَذَ الْقُرَىٰ وَهِيَ ظَالِمَةٌ ۚ إِنَّ أَخْذَهُ أَلِيمٌ شَدِيدٌ ۝١٠٢
Wa kazaalika akhzu Rabbika izaaa akhazal quraa wa hiya zaalimah; inna akhzahooo aleemun shadeed
📖 Afaan Oromoon
Qabaan Gooftaa keetiis yeroo magaalota haala miidhaa hojjattuu taateen qabe akkuma kanaDhugumatti, qabaan Isaa laalessaa, jabaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 100-104 — Suuratu Hud

100ذَٰلِكَ مِنْ أَنبَاءِ الْقُرَىٰ نَقُصُّهُ عَلَيْكَ ۖ مِنْهَا قَائِمٌ وَحَصِيدٌ
Kun oduu magaalotaa irraayi; isa sirratti odeessinaIshee irraa dhaabbataafi haamamaatu jiru
101وَمَا ظَلَمْنَاهُمْ وَلَٰكِن ظَلَمُوا أَنفُسَهُمْ ۖ فَمَا أَغْنَتْ عَنْهُمْ آلِهَتُهُمُ الَّتِي يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ مِن شَيْءٍ لَّمَّا جَاءَ أَمْرُ رَبِّكَ ۖ وَمَا زَادُوهُمْ غَيْرَ تَتْبِيبٍ
Nuti isaan hin mine; Garuu isaan lubbuu isaanii miidhanYeroma ajajni Gooftaa keetii dhufu gabbaramtoonni isaanii kan isaan Rabbii gaditti gabbaraa turan homaa isaan hin fayyadneHoongessuu malees homaa isaaniif hin daballe
102وَكَذَٰلِكَ أَخْذُ رَبِّكَ إِذَا أَخَذَ الْقُرَىٰ وَهِيَ ظَالِمَةٌ ۚ إِنَّ أَخْذَهُ أَلِيمٌ شَدِيدٌ
Qabaan Gooftaa keetiis yeroo magaalota haala miidhaa hojjattuu taateen qabe akkuma kanaDhugumatti, qabaan Isaa laalessaa, jabaadha
103إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّمَنْ خَافَ عَذَابَ الْآخِرَةِ ۚ ذَٰلِكَ يَوْمٌ مَّجْمُوعٌ لَّهُ النَّاسُ وَذَٰلِكَ يَوْمٌ مَّشْهُودٌ
Dhugumatti, kana keessa namoota adabbii Aakiraa sodaataniif mallattootu jiraSun guyyaa namoonni isaaf walitti qabamaniidha; ammas sun guyyaa dhufamaadha
104وَمَا نُؤَخِّرُهُ إِلَّا لِأَجَلٍ مَّعْدُودٍ
Beellama lakkaa’amaaf malee isa hin tursiifnu
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
102Aayah

Hiikkaa — Hud 102

Suuratu Hud Aayah 102 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qabaan Gooftaa keetiis yeroo magaalota haala miidhaa hojjattuu taateen qabe…

Suuratu Aayah 102/123 — Suuratu Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Hud Caqasi, Suuratu Hud Hiikkaa, Suuratu Hud mp3, Suuratu Hud pdf. Aayah 100–104. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers