An-Nahl · 75/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
۞ ضَرَبَ اللَّهُ مَثَلًا عَبْدًا مَّمْلُوكًا لَّا يَقْدِرُ عَلَىٰ شَيْءٍ وَمَن رَّزَقْنَاهُ مِنَّا رِزْقًا حَسَنًا فَهُوَ يُنفِقُ مِنْهُ سِرًّا وَجَهْرًا ۖ هَلْ يَسْتَوُونَ ۚ الْحَمْدُ لِلَّهِ ۚ بَلْ أَكْثَرُهُمْ لَا يَعْلَمُونَ ۝٧٥
Darabal laahu masalan `abdam mammlookal laa yaqdiru `alaa shai`inw wa marrazaqnaahu mminnaa rizqan hasanan fahuwa yunfiqu minhu sirranw wa jahra; hal yasta-woon; alhamdu lillaah; bal aksaruhum laa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin gabricha horatamaa, kan homaa irratti dandeettii hin qabneefi nama Nuti of biraa soorata gaarii isaaf kenninee, inni isa irraa dhoksaafi ifattis kan arjoomu (isaafi wantoota isaan alaatiif) fakkeenya taasiseeraSila isaan wal qixa ta’uu? Faaruun hundi kan RabbiitiDhugumatti irra hedduun isaanii hin beekanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 73-77 — Suuratu An-Nahl

73وَيَعْبُدُونَ مِن دُونِ اللَّهِ مَا لَا يَمْلِكُ لَهُمْ رِزْقًا مِّنَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ شَيْئًا وَلَا يَسْتَطِيعُونَ
Rabbiin ala wantoota samiifi dachii irraas soorata isaaniif hin kennineefi (waan tokko) kan hin dandeenye gabbaru
74فَلَا تَضْرِبُوا لِلَّهِ الْأَمْثَالَ ۚ إِنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ وَأَنتُمْ لَا تَعْلَمُونَ
Rabbiif fakkeenya hin godhinaaDhugumatti, Rabbiin ni beeka; isin hin beektanu
75۞ ضَرَبَ اللَّهُ مَثَلًا عَبْدًا مَّمْلُوكًا لَّا يَقْدِرُ عَلَىٰ شَيْءٍ وَمَن رَّزَقْنَاهُ مِنَّا رِزْقًا حَسَنًا فَهُوَ يُنفِقُ مِنْهُ سِرًّا وَجَهْرًا ۖ هَلْ يَسْتَوُونَ ۚ الْحَمْدُ لِلَّهِ ۚ بَلْ أَكْثَرُهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Rabbiin gabricha horatamaa, kan homaa irratti dandeettii hin qabneefi nama Nuti of biraa soorata gaarii isaaf kenninee, inni isa irraa dhoksaafi ifattis kan arjoomu (isaafi wantoota isaan alaatiif) fakkeenya taasiseeraSila isaan wal qixa ta’uu? Faaruun hundi kan RabbiitiDhugumatti irra hedduun isaanii hin beekanu
76وَضَرَبَ اللَّهُ مَثَلًا رَّجُلَيْنِ أَحَدُهُمَا أَبْكَمُ لَا يَقْدِرُ عَلَىٰ شَيْءٍ وَهُوَ كَلٌّ عَلَىٰ مَوْلَاهُ أَيْنَمَا يُوَجِّههُّ لَا يَأْتِ بِخَيْرٍ ۖ هَلْ يَسْتَوِي هُوَ وَمَن يَأْمُرُ بِالْعَدْلِ ۙ وَهُوَ عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Rabbiin namoota lama (mu’uminootaafi kaafirootaaf) fakkeenya taasiseera: tokkoon isaan lamaanii arraba hidhamaadha; homaa irrattis dandeettii hin qabu; inni maatii isaa irratti ba’aadha; bakkuma inni isa erge hunda irraayyuu waan gaariin hin dhufuSila inniifi namni inni karaa qajeelaa irra jiraatee haqatti ajaju, wal qixa ta’aa
77وَلِلَّهِ غَيْبُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَمَا أَمْرُ السَّاعَةِ إِلَّا كَلَمْحِ الْبَصَرِ أَوْ هُوَ أَقْرَبُ ۚ إِنَّ اللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
Iccitiin fagoo samiifi dachii (hunduu) kan RabbiitiWaa’een Qiyaamaas akka libsuu ijaa malee hin taane; yookiin inni isa irra dhihoodhaDhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
75Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 75

Suuratu An-Nahl Aayah 75 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin gabricha horatamaa, kan homaa irratti dandeettii hin qabneefi nama…

Suuratu Aayah 75/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 73–77. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers