An-Nahl · 74/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
فَلَا تَضْرِبُوا لِلَّهِ الْأَمْثَالَ ۚ إِنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ وَأَنتُمْ لَا تَعْلَمُونَ ۝٧٤
Falaa tadriboo lillaahil amsaal; innal laaha ya`lamu wa antum laa ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiif fakkeenya hin godhinaaDhugumatti, Rabbiin ni beeka; isin hin beektanu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 72-76 — An-Nahl

72وَاللَّهُ جَعَلَ لَكُم مِّنْ أَنفُسِكُمْ أَزْوَاجًا وَجَعَلَ لَكُم مِّنْ أَزْوَاجِكُم بَنِينَ وَحَفَدَةً وَرَزَقَكُم مِّنَ الطَّيِّبَاتِ ۚ أَفَبِالْبَاطِلِ يُؤْمِنُونَ وَبِنِعْمَتِ اللَّهِ هُمْ يَكْفُرُونَ
Rabbiin lubbuu keessan irraas haadhotii manaa isiniif godheHaadhotii manaa keessan irraas ilmaaniifi ilmaan ilmaaniis isiniif godheWantoota gaggaarii irraas isin sooreSila isaan sobatti amananii tola Rabbiitti kafaruu
73وَيَعْبُدُونَ مِن دُونِ اللَّهِ مَا لَا يَمْلِكُ لَهُمْ رِزْقًا مِّنَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ شَيْئًا وَلَا يَسْتَطِيعُونَ
Rabbiin ala wantoota samiifi dachii irraas soorata isaaniif hin kennineefi (waan tokko) kan hin dandeenye gabbaru
74فَلَا تَضْرِبُوا لِلَّهِ الْأَمْثَالَ ۚ إِنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ وَأَنتُمْ لَا تَعْلَمُونَ
Rabbiif fakkeenya hin godhinaaDhugumatti, Rabbiin ni beeka; isin hin beektanu
75۞ ضَرَبَ اللَّهُ مَثَلًا عَبْدًا مَّمْلُوكًا لَّا يَقْدِرُ عَلَىٰ شَيْءٍ وَمَن رَّزَقْنَاهُ مِنَّا رِزْقًا حَسَنًا فَهُوَ يُنفِقُ مِنْهُ سِرًّا وَجَهْرًا ۖ هَلْ يَسْتَوُونَ ۚ الْحَمْدُ لِلَّهِ ۚ بَلْ أَكْثَرُهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Rabbiin gabricha horatamaa, kan homaa irratti dandeettii hin qabneefi nama Nuti of biraa soorata gaarii isaaf kenninee, inni isa irraa dhoksaafi ifattis kan arjoomu (isaafi wantoota isaan alaatiif) fakkeenya taasiseeraSila isaan wal qixa ta’uu? Faaruun hundi kan RabbiitiDhugumatti irra hedduun isaanii hin beekanu
76وَضَرَبَ اللَّهُ مَثَلًا رَّجُلَيْنِ أَحَدُهُمَا أَبْكَمُ لَا يَقْدِرُ عَلَىٰ شَيْءٍ وَهُوَ كَلٌّ عَلَىٰ مَوْلَاهُ أَيْنَمَا يُوَجِّههُّ لَا يَأْتِ بِخَيْرٍ ۖ هَلْ يَسْتَوِي هُوَ وَمَن يَأْمُرُ بِالْعَدْلِ ۙ وَهُوَ عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Rabbiin namoota lama (mu’uminootaafi kaafirootaaf) fakkeenya taasiseera: tokkoon isaan lamaanii arraba hidhamaadha; homaa irrattis dandeettii hin qabu; inni maatii isaa irratti ba’aadha; bakkuma inni isa erge hunda irraayyuu waan gaariin hin dhufuSila inniifi namni inni karaa qajeelaa irra jiraatee haqatti ajaju, wal qixa ta’aa
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
74Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 74

Suuratu An-Nahl Aayah 74 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiif fakkeenya hin godhinaaDhugumatti, Rabbiin ni beeka; isin hin beektanu

Suuratu Aayah 74/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 72–76. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers