Taha · 20/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
فَأَلْقَاهَا فَإِذَا هِيَ حَيَّةٌ تَسْعَىٰ ۝٢٠
Fa-alqaahaa fa -izaa hiya haiyatun tas`aa
📖 Afaan Oromoon
Ishee ni darbeYeroma san bofa fiigu taate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Taha

18قَالَ هِيَ عَصَايَ أَتَوَكَّأُ عَلَيْهَا وَأَهُشُّ بِهَا عَلَىٰ غَنَمِي وَلِيَ فِيهَا مَآرِبُ أُخْرَىٰ
(Muusaan) ni jedhe: “Isheen ulee kiyya; ishee irrattin hirkadha; Re’ee kiyyaafis isheenin (baala mukaa) harcaasaIshee keessa anaaf dhimmi biraas ni jira.”
19قَالَ أَلْقِهَا يَا مُوسَىٰ
(Rabbiin) ni jedhe: “yaa Muusaa! Ishee darbi.”
20فَأَلْقَاهَا فَإِذَا هِيَ حَيَّةٌ تَسْعَىٰ
Ishee ni darbeYeroma san bofa fiigu taate
21قَالَ خُذْهَا وَلَا تَخَفْ ۖ سَنُعِيدُهَا سِيرَتَهَا الْأُولَىٰ
(Rabbiin) ni jedhe: “Ishee qabi; hin sodaatinis; haala ishee kan jalqabaatti ishee deebifnaa
22وَاضْمُمْ يَدَكَ إِلَىٰ جَنَاحِكَ تَخْرُجْ بَيْضَاءَ مِنْ غَيْرِ سُوءٍ آيَةً أُخْرَىٰ
Harka kee gara cinaacha keetiitti maxxansiMallattoo biraa ta’uun dhibee (tokko) malee adii taatee baati.”
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Taha 20

Suuratu Taha Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee ni darbeYeroma san bofa fiigu taate

Suuratu Aayah 20/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers