Taha · 19/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
قَالَ أَلْقِهَا يَا مُوسَىٰ ۝١٩
Qaala alqihaa yaa Moosaa
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiin) ni jedhe: “yaa Muusaa! Ishee darbi.”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Taha

17وَمَا تِلْكَ بِيَمِينِكَ يَا مُوسَىٰ
Yaa Muusaa! Wanti harka mirgaa kee keessa jiru sun maali?”
18قَالَ هِيَ عَصَايَ أَتَوَكَّأُ عَلَيْهَا وَأَهُشُّ بِهَا عَلَىٰ غَنَمِي وَلِيَ فِيهَا مَآرِبُ أُخْرَىٰ
(Muusaan) ni jedhe: “Isheen ulee kiyya; ishee irrattin hirkadha; Re’ee kiyyaafis isheenin (baala mukaa) harcaasaIshee keessa anaaf dhimmi biraas ni jira.”
19قَالَ أَلْقِهَا يَا مُوسَىٰ
(Rabbiin) ni jedhe: “yaa Muusaa! Ishee darbi.”
20فَأَلْقَاهَا فَإِذَا هِيَ حَيَّةٌ تَسْعَىٰ
Ishee ni darbeYeroma san bofa fiigu taate
21قَالَ خُذْهَا وَلَا تَخَفْ ۖ سَنُعِيدُهَا سِيرَتَهَا الْأُولَىٰ
(Rabbiin) ni jedhe: “Ishee qabi; hin sodaatinis; haala ishee kan jalqabaatti ishee deebifnaa
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Taha 19

Suuratu Taha Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiin) ni jedhe: “yaa Muusaa! Ishee darbi.”

Suuratu Aayah 19/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers