Al-Hajj · 12/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hajj
يَدْعُو مِن دُونِ اللَّهِ مَا لَا يَضُرُّهُ وَمَا لَا يَنفَعُهُ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الضَّلَالُ الْبَعِيدُ ۝١٢
Yad`oo min doonil laahi maa laa yadurruhoo wa maa laa yanfa`uh` zaalika huwad dalaalul ba`ed
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin ala waan isa hin miineefi isa hin fayyadne kadhataSun isatu jallina fagoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-Hajj

10ذَٰلِكَ بِمَا قَدَّمَتْ يَدَاكَ وَأَنَّ اللَّهَ لَيْسَ بِظَلَّامٍ لِّلْعَبِيدِ
“Kun waan harki kee lamaan hojjataniif” (isaan jedhama)Dhugumatti, Allaahnis gabroota (Isaa) kan miidhu hin taane
11وَمِنَ النَّاسِ مَن يَعْبُدُ اللَّهَ عَلَىٰ حَرْفٍ ۖ فَإِنْ أَصَابَهُ خَيْرٌ اطْمَأَنَّ بِهِ ۖ وَإِنْ أَصَابَتْهُ فِتْنَةٌ انقَلَبَ عَلَىٰ وَجْهِهِ خَسِرَ الدُّنْيَا وَالْآخِرَةَ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْخُسْرَانُ الْمُبِينُ
Namoota irraas nama amantii irraa moggaatti ta’ee (shakkiin) Rabbi gabbarutu jiraYoo toltuun isa tuqe, isatti raga’aYoo rakkoon isa tuqe ammoo, fuula isaa irratti garagalaInni addunyaafi Aakhiraa hoonga’ee jiraSun isatu hoongoo ifa bahaadha
12يَدْعُو مِن دُونِ اللَّهِ مَا لَا يَضُرُّهُ وَمَا لَا يَنفَعُهُ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الضَّلَالُ الْبَعِيدُ
Rabbiin ala waan isa hin miineefi isa hin fayyadne kadhataSun isatu jallina fagoodha
13يَدْعُو لَمَن ضَرُّهُ أَقْرَبُ مِن نَّفْعِهِ ۚ لَبِئْسَ الْمَوْلَىٰ وَلَبِئْسَ الْعَشِيرُ
Nama miidhaan isaa bu’aa isaa irra dhihoo ta’e kadhataJaalallee ta’uun (isaa) waa fokkate! Ammas hiriyaa ta’uun (isaa) waa fokkate
14إِنَّ اللَّهَ يُدْخِلُ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۚ إِنَّ اللَّهَ يَفْعَلُ مَا يُرِيدُ
Dhugumatti, Rabbiin isaan amananii, gaggaarii dalagan Jannata laggeen ishee jala yaatu isaan seensisaDhugumatti, Rabbiin waan fedhu hojjata
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 12

Suuratu Al-Hajj Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin ala waan isa hin miineefi isa hin fayyadne kadhataSun…

Suuratu Aayah 12/78 — Suuratu Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hajj Caqasi, Suuratu Al-Hajj Hiikkaa, Suuratu Al-Hajj mp3, Suuratu Al-Hajj pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers