Al-Hajj · 30/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
ذَٰلِكَ وَمَن يُعَظِّمْ حُرُمَاتِ اللَّهِ فَهُوَ خَيْرٌ لَّهُ عِندَ رَبِّهِ ۗ وَأُحِلَّتْ لَكُمُ الْأَنْعَامُ إِلَّا مَا يُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ ۖ فَاجْتَنِبُوا الرِّجْسَ مِنَ الْأَوْثَانِ وَاجْتَنِبُوا قَوْلَ الزُّورِ ۝٣٠
Zaalika wa mai yu`azzim hurumaatil laahi fahuwa khairul lahoo `inda Rabbih; wa uhillat lakumul an`aamu illaa maa yutlaa `alaikum fajtanibur rijsa minal awsaani wajtaniboo qawlaz zoor
📖 Afaan Oromoon
(Dubbiin) sanuma! Namni wantoota Rabbiin kabaje guddise, Gooftaa isaa biratti sanatu isaaf caalaIsaan (of duratti) isiniif ibsamuuf (jiran) malee beyladoonni (hundi) isiniif eeyyamamteXurii taabotaa irraa fagaadhaaJecha cubbuu irraas fagaadhaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 28-32 — Al-Hajj

28لِّيَشْهَدُوا مَنَافِعَ لَهُمْ وَيَذْكُرُوا اسْمَ اللَّهِ فِي أَيَّامٍ مَّعْلُومَاتٍ عَلَىٰ مَا رَزَقَهُم مِّن بَهِيمَةِ الْأَنْعَامِ ۖ فَكُلُوا مِنْهَا وَأَطْعِمُوا الْبَائِسَ الْفَقِيرَ
Bu’aalee isaanii irratti akka hirmaataniif, guyyoota beekamoo taan keessattis beylada irraa waan Rabbiin isaanii kenne irratti akka maqaa Rabbii dubbataniif (beeksisi)Ishee irraa nyaadhaa; hiyyeessa dhabaas nyaachisaa
29ثُمَّ لْيَقْضُوا تَفَثَهُمْ وَلْيُوفُوا نُذُورَهُمْ وَلْيَطَّوَّفُوا بِالْبَيْتِ الْعَتِيقِ
Sana booda xuriiwwan isaanii haa dhabamsiisan; qodhaawwan isaaniis haa guutanMana turaa (Ka’abaan) haa naanna’anii
30ذَٰلِكَ وَمَن يُعَظِّمْ حُرُمَاتِ اللَّهِ فَهُوَ خَيْرٌ لَّهُ عِندَ رَبِّهِ ۗ وَأُحِلَّتْ لَكُمُ الْأَنْعَامُ إِلَّا مَا يُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ ۖ فَاجْتَنِبُوا الرِّجْسَ مِنَ الْأَوْثَانِ وَاجْتَنِبُوا قَوْلَ الزُّورِ
(Dubbiin) sanuma! Namni wantoota Rabbiin kabaje guddise, Gooftaa isaa biratti sanatu isaaf caalaIsaan (of duratti) isiniif ibsamuuf (jiran) malee beyladoonni (hundi) isiniif eeyyamamteXurii taabotaa irraa fagaadhaaJecha cubbuu irraas fagaadhaa
31حُنَفَاءَ لِلَّهِ غَيْرَ مُشْرِكِينَ بِهِ ۚ وَمَن يُشْرِكْ بِاللَّهِ فَكَأَنَّمَا خَرَّ مِنَ السَّمَاءِ فَتَخْطَفُهُ الطَّيْرُ أَوْ تَهْوِي بِهِ الرِّيحُ فِي مَكَانٍ سَحِيقٍ
Rabbiif qajeeloo haala taataniin odoo homaa Isatti hin qindeessin (fagaadhaa)Namni Rabbitti waa dabale, akka nama samii irraa kufee allaattiin isa buttee yookiin bubbeen iddoo fagootti isa gatteeti
32ذَٰلِكَ وَمَن يُعَظِّمْ شَعَائِرَ اللَّهِ فَإِنَّهَا مِن تَقْوَى الْقُلُوبِ
(Dubbiin) sanuma! Namni mallattoolee amantii Rabbii kabajes, dhugumatti sun onneen sodaa (Rabbii) qabaachuu irraayi
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 30

Suuratu Al-Hajj Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Dubbiin) sanuma! Namni wantoota Rabbiin kabaje guddise, Gooftaa isaa biratti…

Suuratu Aayah 30/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers