Al-Mu'minun · 11/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
الَّذِينَ يَرِثُونَ الْفِرْدَوْسَ هُمْ فِيهَا خَالِدُونَ ۝١١
Allazeena yarisoonal Firdawsa hum feehaa khaalidoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan ishee keessatti hafoo taanii Firdawsiin dhaalu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Mu'minun

9وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَوَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan warra salaata isaanii irratti tikfataniidha
10أُولَٰئِكَ هُمُ الْوَارِثُونَ
Isaan sun isaanuma qofatu dhaaltota (jannataati)
11الَّذِينَ يَرِثُونَ الْفِرْدَوْسَ هُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Isaan ishee keessatti hafoo taanii Firdawsiin dhaalu
12وَلَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ مِن سُلَالَةٍ مِّن طِينٍ
Dhugumatti, Nuti ilma namaa qulqulluu (cunfaa) dhoqqee irraa tae irraa uumne
13ثُمَّ جَعَلْنَاهُ نُطْفَةً فِي قَرَارٍ مَّكِينٍ
Sana booda coba bishaan saalaa kan iddoo tasgabbaa’aa, mijaaaa (gadaamessa) keessatti isa taasifne
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 11

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan ishee keessatti hafoo taanii Firdawsiin dhaalu

Suuratu Aayah 11/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers