Al-Mu'minun · 10/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
أُولَٰئِكَ هُمُ الْوَارِثُونَ ۝١٠
Ulaaa`ika humul waarisoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan sun isaanuma qofatu dhaaltota (jannataati)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Mu'minun

8وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Isaan warra amaanaa isaaniitiifi waadaa isaaniis tikfatoo ta’aniidha
9وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَوَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan warra salaata isaanii irratti tikfataniidha
10أُولَٰئِكَ هُمُ الْوَارِثُونَ
Isaan sun isaanuma qofatu dhaaltota (jannataati)
11الَّذِينَ يَرِثُونَ الْفِرْدَوْسَ هُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Isaan ishee keessatti hafoo taanii Firdawsiin dhaalu
12وَلَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ مِن سُلَالَةٍ مِّن طِينٍ
Dhugumatti, Nuti ilma namaa qulqulluu (cunfaa) dhoqqee irraa tae irraa uumne
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 10

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan sun isaanuma qofatu dhaaltota (jannataati)

Suuratu Aayah 10/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers