Al-Mu'minun · 12/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
وَلَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ مِن سُلَالَةٍ مِّن طِينٍ ۝١٢
Wa laqad khalaqnal insaana min sulaalatim minteen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti ilma namaa qulqulluu (cunfaa) dhoqqee irraa tae irraa uumne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-Mu'minun

10أُولَٰئِكَ هُمُ الْوَارِثُونَ
Isaan sun isaanuma qofatu dhaaltota (jannataati)
11الَّذِينَ يَرِثُونَ الْفِرْدَوْسَ هُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Isaan ishee keessatti hafoo taanii Firdawsiin dhaalu
12وَلَقَدْ خَلَقْنَا الْإِنسَانَ مِن سُلَالَةٍ مِّن طِينٍ
Dhugumatti, Nuti ilma namaa qulqulluu (cunfaa) dhoqqee irraa tae irraa uumne
13ثُمَّ جَعَلْنَاهُ نُطْفَةً فِي قَرَارٍ مَّكِينٍ
Sana booda coba bishaan saalaa kan iddoo tasgabbaa’aa, mijaaaa (gadaamessa) keessatti isa taasifne
14ثُمَّ خَلَقْنَا النُّطْفَةَ عَلَقَةً فَخَلَقْنَا الْعَلَقَةَ مُضْغَةً فَخَلَقْنَا الْمُضْغَةَ عِظَامًا فَكَسَوْنَا الْعِظَامَ لَحْمًا ثُمَّ أَنشَأْنَاهُ خَلْقًا آخَرَ ۚ فَتَبَارَكَ اللَّهُ أَحْسَنُ الْخَالِقِينَ
Sana booda bishaan saalaa dhiiga ititaa taasifne; ergasii dhiiga ititaa muraa foonii taasifne; ergasii foonittii (sana) lafee taasifne; ergasii lafees foon itti uffifne; sana booda uumama biraa (daa’ima) isa gooneRabbiin irra tolchaa uumtotaa ta’e qulqullaa’e
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 12

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti ilma namaa qulqulluu (cunfaa) dhoqqee irraa tae irraa…

Suuratu Aayah 12/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers