Al-Mu'minun · 9/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَوَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ ۝٩
Wallazeena hum `alaa Salawaatihim yuhaafizoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan warra salaata isaanii irratti tikfataniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-Mu'minun

7فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala (waan biraa) barbaade, isaan sun daangaa dabroodha
8وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Isaan warra amaanaa isaaniitiifi waadaa isaaniis tikfatoo ta’aniidha
9وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَوَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan warra salaata isaanii irratti tikfataniidha
10أُولَٰئِكَ هُمُ الْوَارِثُونَ
Isaan sun isaanuma qofatu dhaaltota (jannataati)
11الَّذِينَ يَرِثُونَ الْفِرْدَوْسَ هُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Isaan ishee keessatti hafoo taanii Firdawsiin dhaalu
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 9

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan warra salaata isaanii irratti tikfataniidha

Suuratu Aayah 9/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers