An-Naml · 26/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ رَبُّ الْعَرْشِ الْعَظِيمِ ۩ ۝٢٦
Allaahu laaa ilaaha illaa Huwa Rabbul `Arshil Azeem
📖 Afaan Oromoon
Allahn Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruInni Gooftaa arshii guddaati.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — Suuratu An-Naml

24وَجَدتُّهَا وَقَوْمَهَا يَسْجُدُونَ لِلشَّمْسِ مِن دُونِ اللَّهِ وَزَيَّنَ لَهُمُ الشَّيْطَانُ أَعْمَالَهُمْ فَصَدَّهُمْ عَنِ السَّبِيلِ فَهُمْ لَا يَهْتَدُونَ
Isheefi ummata ishee kan Rabbii gaditti Aduuf sagadanin argeSheyxaann dalagaa isaanii isaaniif miidhagsee karaa [qajeelaa] irraa isaan deebiseIsaan hin qajeelanu
25أَلَّا يَسْجُدُوا لِلَّهِ الَّذِي يُخْرِجُ الْخَبْءَ فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَيَعْلَمُ مَا تُخْفُونَ وَمَا تُعْلِنُونَ
Akka isaan Rabbii waan dhokataa Samiifi Dachii ifatti baasuufi waan isin dhoksitaniifi mul’iftan beekuuf sujuuda hin goone [isaan dhorgee jira]
26اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ رَبُّ الْعَرْشِ الْعَظِيمِ ۩
Allahn Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruInni Gooftaa arshii guddaati.”
27۞ قَالَ سَنَنظُرُ أَصَدَقْتَ أَمْ كُنتَ مِنَ الْكَاذِبِينَ
[Suleymaan] ni jedhe: “Dhugaa jetteefi warra sobdoota irraa taatee kee fuuldura ilaalla
28اذْهَب بِّكِتَابِي هَٰذَا فَأَلْقِهْ إِلَيْهِمْ ثُمَّ تَوَلَّ عَنْهُمْ فَانظُرْ مَاذَا يَرْجِعُونَ
Xalayaa kiyya kanaan deemii gara isaaniitti darbadhuSana booda isaan irraa gara galii waan isaan deebisan ilaali.”
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — An-Naml 26

Suuratu An-Naml Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Allahn Isa malee dhugaan gabbaramaan hin jiruInni Gooftaa arshii guddaati.”

Suuratu Aayah 26/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers