Aal-Imran · 126/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
وَمَا جَعَلَهُ اللَّهُ إِلَّا بُشْرَىٰ لَكُمْ وَلِتَطْمَئِنَّ قُلُوبُكُم بِهِ ۗ وَمَا النَّصْرُ إِلَّا مِنْ عِندِ اللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ ۝١٢٦
Wa maa ja`alahul laahu illaa bushraa lakum wa litatma`inna quloobukum bih` wa man-nasru illaa min `indilllaahil `Azeezil Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Isin gammachiisuufi onneen keessan ittiin haa tasgabbooftuuf malee Rabbiin (waan biraatiif) isa hin taasifneTumsis Rabbii injifataa, ogeessa ta’e irraa malee hin jiru

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 124-128 — Suuratu Aal-Imran

124إِذْ تَقُولُ لِلْمُؤْمِنِينَ أَلَن يَكْفِيَكُمْ أَن يُمِدَّكُمْ رَبُّكُم بِثَلَاثَةِ آلَافٍ مِّنَ الْمَلَائِكَةِ مُنزَلِينَ
Yeroo ati mu’uminootaan “sila Gooftaan keessan maleeykota kuma sadii (samii irraa) buufamoota taaniin isin gargaaruun isin hin gauu?” jettu [yaadadhaa]
125بَلَىٰ ۚ إِن تَصْبِرُوا وَتَتَّقُوا وَيَأْتُوكُم مِّن فَوْرِهِمْ هَٰذَا يُمْدِدْكُمْ رَبُّكُم بِخَمْسَةِ آلَافٍ مِّنَ الْمَلَائِكَةِ مُسَوِّمِينَ
Eeyyeen; yoo obsitaniifi Rabbiin sodaattan, (mushrikoonnis) battalumatti isinitti dhufan; Gooftaan keessan maleeykota mallatteeffamoo ta’an kuma shaniin isin gargaara
126وَمَا جَعَلَهُ اللَّهُ إِلَّا بُشْرَىٰ لَكُمْ وَلِتَطْمَئِنَّ قُلُوبُكُم بِهِ ۗ وَمَا النَّصْرُ إِلَّا مِنْ عِندِ اللَّهِ الْعَزِيزِ الْحَكِيمِ
Isin gammachiisuufi onneen keessan ittiin haa tasgabbooftuuf malee Rabbiin (waan biraatiif) isa hin taasifneTumsis Rabbii injifataa, ogeessa ta’e irraa malee hin jiru
127لِيَقْطَعَ طَرَفًا مِّنَ الَّذِينَ كَفَرُوا أَوْ يَكْبِتَهُمْ فَيَنقَلِبُوا خَائِبِينَ
Akka xiqqaatanii deebi’aniif Isaan kafaran irraa garii balleessuuf yookiin isaan salphisuuf (kana godhe)
128لَيْسَ لَكَ مِنَ الْأَمْرِ شَيْءٌ أَوْ يَتُوبَ عَلَيْهِمْ أَوْ يُعَذِّبَهُمْ فَإِنَّهُمْ ظَالِمُونَ
Hanga Rabbiin toobaa isaanii qeebalutti yookiin waan isaan miidhaa raawwattoota taaniif isaan adabutti siif murtiin homaayyuu hin jiru
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
126Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 126

Suuratu Aal-Imran Aayah 126 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isin gammachiisuufi onneen keessan ittiin haa tasgabbooftuuf malee Rabbiin (waan…

Suuratu Aayah 126/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 124–128. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers