Aal-Imran · 147/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
وَمَا كَانَ قَوْلَهُمْ إِلَّا أَن قَالُوا رَبَّنَا اغْفِرْ لَنَا ذُنُوبَنَا وَإِسْرَافَنَا فِي أَمْرِنَا وَثَبِّتْ أَقْدَامَنَا وَانصُرْنَا عَلَى الْقَوْمِ الْكَافِرِينَ ۝١٤٧
Wa maa kaana qawlahum illaa an qaaloo Rabbanagh fir lanaa zunoobanaa wa israafanaa feee amirnaa wa sabbit aqdaamanaa wansurnaa `alal qawmil kaafireen
📖 Afaan Oromoon
Jechi isaaniis “Gooftaa keenya! badii keenyaafi dhimmoota keenya keessatti daangaa dabriinsa keenya nuuf araarami; faana keenyas gadi dhaabi; ummata kaafirootaa irrattis nu tumsi” jechuu malee kan biraa hin taane
🎧 Caqasi

📜 Aayah 145-149 — Aal-Imran

145وَمَا كَانَ لِنَفْسٍ أَن تَمُوتَ إِلَّا بِإِذْنِ اللَّهِ كِتَابًا مُّؤَجَّلًا ۗ وَمَن يُرِدْ ثَوَابَ الدُّنْيَا نُؤْتِهِ مِنْهَا وَمَن يُرِدْ ثَوَابَ الْآخِرَةِ نُؤْتِهِ مِنْهَا ۚ وَسَنَجْزِي الشَّاكِرِينَ
Lubbuu kamiifuu eeyyama Rabbiitiin ala duuun isheef hin taaneMurtee baallamamaa (Rabbiin murteesseedha)Nama mindaa addunyaa fedhes ishee irraa isaaf kenninaNama mindaa Aakhiraa fedhes, ishee irraa isaaf kenninaGalateeffattoota fuulduratti mindaa galchuuf jirra
146وَكَأَيِّن مِّن نَّبِيٍّ قَاتَلَ مَعَهُ رِبِّيُّونَ كَثِيرٌ فَمَا وَهَنُوا لِمَا أَصَابَهُمْ فِي سَبِيلِ اللَّهِ وَمَا ضَعُفُوا وَمَا اسْتَكَانُوا ۗ وَاللَّهُ يُحِبُّ الصَّابِرِينَ
Nabiyyoota irraa kan beektonni heddu isaa wajjin lolan baayeedhaWaan karaa Rabbii keessatti isaan mudateefis hin laafne; hin dadhabnes; (diinaafis) hin jilbiiffanneRabbiin obsitoota ni jaallata
147وَمَا كَانَ قَوْلَهُمْ إِلَّا أَن قَالُوا رَبَّنَا اغْفِرْ لَنَا ذُنُوبَنَا وَإِسْرَافَنَا فِي أَمْرِنَا وَثَبِّتْ أَقْدَامَنَا وَانصُرْنَا عَلَى الْقَوْمِ الْكَافِرِينَ
Jechi isaaniis “Gooftaa keenya! badii keenyaafi dhimmoota keenya keessatti daangaa dabriinsa keenya nuuf araarami; faana keenyas gadi dhaabi; ummata kaafirootaa irrattis nu tumsi” jechuu malee kan biraa hin taane
148فَآتَاهُمُ اللَّهُ ثَوَابَ الدُّنْيَا وَحُسْنَ ثَوَابِ الْآخِرَةِ ۗ وَاللَّهُ يُحِبُّ الْمُحْسِنِينَ
Rabbiin mindaa addunyaatiifi gaarii mindaa Aakhiraa isaaniif kenneRabbiinis toltuu hojjattoota ni jaalata
149يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِن تُطِيعُوا الَّذِينَ كَفَرُوا يَرُدُّوكُمْ عَلَىٰ أَعْقَابِكُمْ فَتَنقَلِبُوا خَاسِرِينَ
Yaa warra amantan! Yoo warra kafaraniif ajajamtan faana keessan irra (of duuba) isin deebifnaan hoonga’oota taatanii duubatti deebitu
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
147Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 147

Suuratu Aal-Imran Aayah 147 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jechi isaaniis “Gooftaa keenya! badii keenyaafi dhimmoota keenya keessatti daangaa…

Suuratu Aayah 147/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 145–149. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers