As-Saffat · 130/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
سَلَامٌ عَلَىٰ إِلْ يَاسِينَ ۝١٣٠
Salaamun `alaaa Ilyaaseen
📖 Afaan Oromoon
Nageenyi Ilyaas irra haa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 128-132 — Suuratu As-Saffat

128إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee
129وَتَرَكْنَا عَلَيْهِ فِي الْآخِرِينَ
Isaaf dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifnee jirra
130سَلَامٌ عَلَىٰ إِلْ يَاسِينَ
Nageenyi Ilyaas irra haa jiraatu
131إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
132إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminoota irraayi
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
130Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 130

Suuratu As-Saffat Aayah 130 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nageenyi Ilyaas irra haa jiraatu

Suuratu Aayah 130/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 128–132. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers