As-Saffat · 43/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فِي جَنَّاتِ النَّعِيمِ ۝٤٣
Fee jannaatin Na`eem
📖 Afaan Oromoon
Jannata qananii keessatti (kabajamoodha)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 41-45 — Suuratu As-Saffat

41أُولَٰئِكَ لَهُمْ رِزْقٌ مَّعْلُومٌ
Warri sun kennaa beekamaa ta’etu isaaniif jira
42فَوَاكِهُ ۖ وَهُم مُّكْرَمُونَ
Oduma kabajamoo ta’anuu fuduraaleen isaaniif taatuudha
43فِي جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Jannata qananii keessatti (kabajamoodha)
44عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Haala walitti gara galoo ta’aniin siree irratti ta’u
45يُطَافُ عَلَيْهِم بِكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ
Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 43

Suuratu As-Saffat Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jannata qananii keessatti (kabajamoodha)

Suuratu Aayah 43/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers