As-Saffat · 44/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ ۝٤٤
Alaa sururim mutaqaa bileen
📖 Afaan Oromoon
Haala walitti gara galoo ta’aniin siree irratti ta’u

🎧 Caqasi


📜 Aayah 42-46 — Suuratu As-Saffat

42فَوَاكِهُ ۖ وَهُم مُّكْرَمُونَ
Oduma kabajamoo ta’anuu fuduraaleen isaaniif taatuudha
43فِي جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Jannata qananii keessatti (kabajamoodha)
44عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Haala walitti gara galoo ta’aniin siree irratti ta’u
45يُطَافُ عَلَيْهِم بِكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ
Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama
46بَيْضَاءَ لَذَّةٍ لِّلشَّارِبِينَ
Adii, warra dhuganiif mi’aayaa kan taate
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 44

Suuratu As-Saffat Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haala walitti gara galoo ta’aniin siree irratti ta’u

Suuratu Aayah 44/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers