As-Saffat · 42/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
فَوَاكِهُ ۖ وَهُم مُّكْرَمُونَ ۝٤٢
Fa waakihu wa hum mukramoon
📖 Afaan Oromoon
Oduma kabajamoo ta’anuu fuduraaleen isaaniif taatuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 40-44 — As-Saffat

40إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Garuu gabroonni Rabbii qulqulluun
41أُولَٰئِكَ لَهُمْ رِزْقٌ مَّعْلُومٌ
Warri sun kennaa beekamaa ta’etu isaaniif jira
42فَوَاكِهُ ۖ وَهُم مُّكْرَمُونَ
Oduma kabajamoo ta’anuu fuduraaleen isaaniif taatuudha
43فِي جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Jannata qananii keessatti (kabajamoodha)
44عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Haala walitti gara galoo ta’aniin siree irratti ta’u
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 42

Suuratu As-Saffat Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Oduma kabajamoo ta’anuu fuduraaleen isaaniif taatuudha

Suuratu Aayah 42/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers