As-Saffat · 6/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّا زَيَّنَّا السَّمَاءَ الدُّنْيَا بِزِينَةٍ الْكَوَاكِبِ ۝٦
Innaa zaiyannas samaaa `ad dunyaa bizeenatinil kawaakib
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti samii addunyaa faaya urjiitiin miidhagsineerra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu As-Saffat

4إِنَّ إِلَٰهَكُمْ لَوَاحِدٌ
Dhugaan gabbaramaan keessan tokkicha
5رَّبُّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا وَرَبُّ الْمَشَارِقِ
(Inni) Gooftaa samii, dachiifi wantoota jidduu isaan lamaanii jiraniitiGooftaa baha adda addaatis
6إِنَّا زَيَّنَّا السَّمَاءَ الدُّنْيَا بِزِينَةٍ الْكَوَاكِبِ
Dhugumatti, Nuti samii addunyaa faaya urjiitiin miidhagsineerra
7وَحِفْظًا مِّن كُلِّ شَيْطَانٍ مَّارِدٍ
Sheyxaana fincilaa ta’e hunda irraas tiksuu (tiksineerra)
8لَّا يَسَّمَّعُونَ إِلَى الْمَلَإِ الْأَعْلَىٰ وَيُقْذَفُونَ مِن كُلِّ جَانِبٍ
Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifamanuGama hunda irraa (urjiin) darbataman
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 6

Suuratu As-Saffat Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti samii addunyaa faaya urjiitiin miidhagsineerra

Suuratu Aayah 6/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers