As-Saffat · 7/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَحِفْظًا مِّن كُلِّ شَيْطَانٍ مَّارِدٍ ۝٧
Wa hifzam min kulli Shaitaanim maarid
📖 Afaan Oromoon
Sheyxaana fincilaa ta’e hunda irraas tiksuu (tiksineerra)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 5-9 — Suuratu As-Saffat

5رَّبُّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا وَرَبُّ الْمَشَارِقِ
(Inni) Gooftaa samii, dachiifi wantoota jidduu isaan lamaanii jiraniitiGooftaa baha adda addaatis
6إِنَّا زَيَّنَّا السَّمَاءَ الدُّنْيَا بِزِينَةٍ الْكَوَاكِبِ
Dhugumatti, Nuti samii addunyaa faaya urjiitiin miidhagsineerra
7وَحِفْظًا مِّن كُلِّ شَيْطَانٍ مَّارِدٍ
Sheyxaana fincilaa ta’e hunda irraas tiksuu (tiksineerra)
8لَّا يَسَّمَّعُونَ إِلَى الْمَلَإِ الْأَعْلَىٰ وَيُقْذَفُونَ مِن كُلِّ جَانِبٍ
Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifamanuGama hunda irraa (urjiin) darbataman
9دُحُورًا ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ وَاصِبٌ
Ari’amuuf jecha (darbatamu)Isaaniif adabbii addaan hin cinnetu jira
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 7

Suuratu As-Saffat Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sheyxaana fincilaa ta’e hunda irraas tiksuu (tiksineerra)

Suuratu Aayah 7/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers