Az-Zukhruf · 49/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
وَقَالُوا يَا أَيُّهَ السَّاحِرُ ادْعُ لَنَا رَبَّكَ بِمَا عَهِدَ عِندَكَ إِنَّنَا لَمُهْتَدُونَ ۝٤٩
Wa qaaloo yaaa ayyuhas saahirud`u lanaa Rabbaka bimaa `ahida `indaka innanaa lamuhtadoon
📖 Afaan Oromoon
“Ati yaa kan sihrii hojjattu! Gooftaa kee waan waadaa siif galeen nuuf kadhuDhugumatti, nuti ni qajeella” jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 47-51 — Suuratu Az-Zukhruf

47فَلَمَّا جَاءَهُم بِآيَاتِنَا إِذَا هُم مِّنْهَا يَضْحَكُونَ
Yeroo raajiiwwan keenyaan isaanitti dhufu, isaan yeroo san isheetti kolfu
48وَمَا نُرِيهِم مِّنْ آيَةٍ إِلَّا هِيَ أَكْبَرُ مِنْ أُخْتِهَا ۖ وَأَخَذْنَاهُم بِالْعَذَابِ لَعَلَّهُمْ يَرْجِعُونَ
Raajii irraa ishee obboleettii ishee irra caaltu malee isaan hin agarsiifnuAkka isaan (gara keenya) deebi’aniif adabaanis isaan qabne
49وَقَالُوا يَا أَيُّهَ السَّاحِرُ ادْعُ لَنَا رَبَّكَ بِمَا عَهِدَ عِندَكَ إِنَّنَا لَمُهْتَدُونَ
“Ati yaa kan sihrii hojjattu! Gooftaa kee waan waadaa siif galeen nuuf kadhuDhugumatti, nuti ni qajeella” jedhan
50فَلَمَّا كَشَفْنَا عَنْهُمُ الْعَذَابَ إِذَا هُمْ يَنكُثُونَ
Yeroma adabbii isaan irraa deebifnu isaan waadaa diigan
51وَنَادَىٰ فِرْعَوْنُ فِي قَوْمِهِ قَالَ يَا قَوْمِ أَلَيْسَ لِي مُلْكُ مِصْرَ وَهَٰذِهِ الْأَنْهَارُ تَجْرِي مِن تَحْتِي ۖ أَفَلَا تُبْصِرُونَ
Fir’awnis ummata isaa keessatti lallabee, “yaa ummata kiyya! sila mootummaan Misraa anaaf hin turree? Laggeen kunis ana jala hin yaa’anii? Sila hin agartanuu?” jedhe
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 49

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ati yaa kan sihrii hojjattu! Gooftaa kee waan waadaa siif…

Suuratu Aayah 49/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers