Ad-Dukhan · 11/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
يَغْشَى النَّاسَ ۖ هَٰذَا عَذَابٌ أَلِيمٌ ۝١١
Yaghshan naasa haazaa `azaabun aleem
📖 Afaan Oromoon
(Aarri kun) namoota haguugaKun adabbii laalessaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Ad-Dukhan

9بَلْ هُمْ فِي شَكٍّ يَلْعَبُونَ
Dhugumatti isaan shakkii keessa taphatu
10فَارْتَقِبْ يَوْمَ تَأْتِي السَّمَاءُ بِدُخَانٍ مُّبِينٍ
Kanaafuu, guyyaa samiin aara ifa ba’aan dhuftu (waan isaan mudatu) eegi
11يَغْشَى النَّاسَ ۖ هَٰذَا عَذَابٌ أَلِيمٌ
(Aarri kun) namoota haguugaKun adabbii laalessaadha
12رَّبَّنَا اكْشِفْ عَنَّا الْعَذَابَ إِنَّا مُؤْمِنُونَ
(Kaafiroonni yeroo adabicha argan) “Gooftaa keenya! Adabicha nurraa kaasi nuti ni amannaa” (jedhu)
13أَنَّىٰ لَهُمُ الذِّكْرَىٰ وَقَدْ جَاءَهُمْ رَسُولٌ مُّبِينٌ
Odoo ergamaan ifa baasaan isaanitti dhufee jiruu, (erga adabaatii) gorfamuun akkamitti isaaniif jiraata
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 11

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Aarri kun) namoota haguugaKun adabbii laalessaadha

Suuratu Aayah 11/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers