Ad-Dukhan · 33/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
وَآتَيْنَاهُم مِّنَ الْآيَاتِ مَا فِيهِ بَلَاءٌ مُّبِينٌ ۝٣٣
Wa aatainaahum minal aayaati maa feehi balaaa`um mubeen
📖 Afaan Oromoon
Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Ad-Dukhan

31مِن فِرْعَوْنَ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَالِيًا مِّنَ الْمُسْرِفِينَ
Fir’awni irraa (ni baraarsine)Inni boonaa, daangaa dabraa irraa ta’eera
32وَلَقَدِ اخْتَرْنَاهُمْ عَلَىٰ عِلْمٍ عَلَى الْعَالَمِينَ
Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne
33وَآتَيْنَاهُم مِّنَ الْآيَاتِ مَا فِيهِ بَلَاءٌ مُّبِينٌ
Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine
34إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَيَقُولُونَ
Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu
35إِنْ هِيَ إِلَّا مَوْتَتُنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُنشَرِينَ
“Du’a keenya kan jalqabaa malee isheen (biraa) hin jirtuNuti (kana booda) hin kaafamnu
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 33

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif…

Suuratu Aayah 33/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers