Ad-Dukhan · 32/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
وَلَقَدِ اخْتَرْنَاهُمْ عَلَىٰ عِلْمٍ عَلَى الْعَالَمِينَ ۝٣٢
Wa laqadikh tarnaahum `alaa `ilmin `alal `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Ad-Dukhan

30وَلَقَدْ نَجَّيْنَا بَنِي إِسْرَائِيلَ مِنَ الْعَذَابِ الْمُهِينِ
Dhugumatti, Ilmaan Israa’iil adabbii salphisaa irraa nagaya baafne
31مِن فِرْعَوْنَ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَالِيًا مِّنَ الْمُسْرِفِينَ
Fir’awni irraa (ni baraarsine)Inni boonaa, daangaa dabraa irraa ta’eera
32وَلَقَدِ اخْتَرْنَاهُمْ عَلَىٰ عِلْمٍ عَلَى الْعَالَمِينَ
Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne
33وَآتَيْنَاهُم مِّنَ الْآيَاتِ مَا فِيهِ بَلَاءٌ مُّبِينٌ
Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine
34إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَيَقُولُونَ
Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 32

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne

Suuratu Aayah 32/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers