Ad-Dukhan · 34/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَيَقُولُونَ ۝٣٤
Inna haaa`ulaaa`i la yaqooloon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 32-36 — Suuratu Ad-Dukhan

32وَلَقَدِ اخْتَرْنَاهُمْ عَلَىٰ عِلْمٍ عَلَى الْعَالَمِينَ
Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne
33وَآتَيْنَاهُم مِّنَ الْآيَاتِ مَا فِيهِ بَلَاءٌ مُّبِينٌ
Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine
34إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَيَقُولُونَ
Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu
35إِنْ هِيَ إِلَّا مَوْتَتُنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُنشَرِينَ
“Du’a keenya kan jalqabaa malee isheen (biraa) hin jirtuNuti (kana booda) hin kaafamnu
36فَأْتُوا بِآبَائِنَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.”
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 34

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu

Suuratu Aayah 34/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers