Al-Maidah · 11/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Maidah
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اذْكُرُوا نِعْمَتَ اللَّهِ عَلَيْكُمْ إِذْ هَمَّ قَوْمٌ أَن يَبْسُطُوا إِلَيْكُمْ أَيْدِيَهُمْ فَكَفَّ أَيْدِيَهُمْ عَنكُمْ ۖ وَاتَّقُوا اللَّهَ ۚ وَعَلَى اللَّهِ فَلْيَتَوَكَّلِ الْمُؤْمِنُونَ ١١
Transliteration
Yaa aiyuhal lazeena aamanuz kuroo ni`matallaahi `alaikum iz hamma qawmun ai yabsutooo ilaikum aidiyahm fakaffa aidiyahum `ankum wattaqullaah; wa`alal laahi fal yatawakalil mu`minoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! Ni’imaa Rabbii kan yeroo ‘ummanni harka isaanii gara keessan diriirsuu yaadanii, (Rabbiin) harka isaanii isin irraa qabe’ isin irra jiru yaadadhaaRabbiin sodaadhaaMu’uminoonnis Rabbi irratti haa irkatan
🎧 Caqasi
📜 Aayah 9-13 — Al-Maidah
9وَعَدَ اللَّهُ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ ۙ لَهُم مَّغْفِرَةٌ وَأَجْرٌ عَظِيمٌ
Rabbiin isaan amananii gaggaariis hojjatan, isaaniif araaramaafi mindaa guddaatu jira (jechuun) waadaa seeneera
10وَالَّذِينَ كَفَرُوا وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْجَحِيمِ
Isaan kafaranii keeyyattoota keenyas sobsiisan, isaan warra ibiddaati
11يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اذْكُرُوا نِعْمَتَ اللَّهِ عَلَيْكُمْ إِذْ هَمَّ قَوْمٌ أَن يَبْسُطُوا إِلَيْكُمْ أَيْدِيَهُمْ فَكَفَّ أَيْدِيَهُمْ عَنكُمْ ۖ وَاتَّقُوا اللَّهَ ۚ وَعَلَى اللَّهِ فَلْيَتَوَكَّلِ الْمُؤْمِنُونَ
Yaa warra amantan! Ni’imaa Rabbii kan yeroo ‘ummanni harka isaanii gara keessan diriirsuu yaadanii, (Rabbiin) harka isaanii isin irraa qabe’ isin irra jiru yaadadhaaRabbiin sodaadhaaMu’uminoonnis Rabbi irratti haa irkatan
12۞ وَلَقَدْ أَخَذَ اللَّهُ مِيثَاقَ بَنِي إِسْرَائِيلَ وَبَعَثْنَا مِنْهُمُ اثْنَيْ عَشَرَ نَقِيبًا ۖ وَقَالَ اللَّهُ إِنِّي مَعَكُمْ ۖ لَئِنْ أَقَمْتُمُ الصَّلَاةَ وَآتَيْتُمُ الزَّكَاةَ وَآمَنتُم بِرُسُلِي وَعَزَّرْتُمُوهُمْ وَأَقْرَضْتُمُ اللَّهَ قَرْضًا حَسَنًا لَّأُكَفِّرَنَّ عَنكُمْ سَيِّئَاتِكُمْ وَلَأُدْخِلَنَّكُمْ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۚ فَمَن كَفَرَ بَعْدَ ذَٰلِكَ مِنكُمْ فَقَدْ ضَلَّ سَوَاءَ السَّبِيلِ
Dhugumatti, Rabbiin waadaa Ilmaan Israa’iil qabatee jiraIsaan irraas qondaalota kudha lama goonee jirraRabbiinis "Ani isin waliinin jiraYoo isin salaata dhaabdanii zakaas kennitanii, ergamoota kiyyattis amantanii, isaan gargaartanii, Rabbiif liqaa bareedaa liqeessitan, dhugumatti Ani hamtuuwwan keessan isin irraa harcaaseeti, Jannata laggeen ishee jala yaatu isin seensisaIsin irraa namni san booda kafare, inni dhugumatti karaa qajeelaa irraa jallateera" jedhe
13فَبِمَا نَقْضِهِم مِّيثَاقَهُمْ لَعَنَّاهُمْ وَجَعَلْنَا قُلُوبَهُمْ قَاسِيَةً ۖ يُحَرِّفُونَ الْكَلِمَ عَن مَّوَاضِعِهِ ۙ وَنَسُوا حَظًّا مِّمَّا ذُكِّرُوا بِهِ ۚ وَلَا تَزَالُ تَطَّلِعُ عَلَىٰ خَائِنَةٍ مِّنْهُمْ إِلَّا قَلِيلًا مِّنْهُمْ ۖ فَاعْفُ عَنْهُمْ وَاصْفَحْ ۚ إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ الْمُحْسِنِينَ
Sababaa isaan waadaa isaanii diiganiif, isaan abaarree onnee isaaniis gogaa taasifneIddoowwan isaanii (kan sirrii) irraa jechoota jijjiiruWaan ittiin gorfaman irraas qooda wahii dagatanIsaan irraa nama muraasa malee gantuu isaan irraa taate arguurraa hin deemtuDhiifama isaaniif godhi; irras dabriDhugumatti, Rabbiin tolchitoota ni jaalata
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
11Aayah
Hiikkaa — Al-Maidah 11
Suuratu Al-Maidah Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! Ni’imaa Rabbii kan yeroo ‘ummanni harka isaanii…Suuratu Aayah 11/120 — Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Maidah Caqasi, Al-Maidah Hiikkaa, Al-Maidah mp3, Al-Maidah pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








