Adh-Dhariyat · 20/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَفِي الْأَرْضِ آيَاتٌ لِّلْمُوقِنِينَ ۝٢٠
Wa fil ardi aayaatul lilmooqineen
📖 Afaan Oromoon
Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Adh-Dhariyat

18وَبِالْأَسْحَارِ هُمْ يَسْتَغْفِرُونَ
Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha
19وَفِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha
20وَفِي الْأَرْضِ آيَاتٌ لِّلْمُوقِنِينَ
Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru
21وَفِي أَنفُسِكُمْ ۚ أَفَلَا تُبْصِرُونَ
Lubbuu keessan keessas (akkasuma)Sila hin argitanuu
22وَفِي السَّمَاءِ رِزْقُكُمْ وَمَا تُوعَدُونَ
Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 20

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru

Suuratu Aayah 20/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers