Adh-Dhariyat · 21/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَفِي أَنفُسِكُمْ ۚ أَفَلَا تُبْصِرُونَ ۝٢١
Wa feee anfusikum; afalaa tubsiroon
📖 Afaan Oromoon
Lubbuu keessan keessas (akkasuma)Sila hin argitanuu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Adh-Dhariyat

19وَفِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha
20وَفِي الْأَرْضِ آيَاتٌ لِّلْمُوقِنِينَ
Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru
21وَفِي أَنفُسِكُمْ ۚ أَفَلَا تُبْصِرُونَ
Lubbuu keessan keessas (akkasuma)Sila hin argitanuu
22وَفِي السَّمَاءِ رِزْقُكُمْ وَمَا تُوعَدُونَ
Sooranni keessaaniifi wanti isin waadaa galamtanis samii keessa jira
23فَوَرَبِّ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ إِنَّهُ لَحَقٌّ مِّثْلَ مَا أَنَّكُمْ تَنطِقُونَ
Gooftaa samiifi dachiitiin kakadhee! Inni dhugaa fakkiidhuma waan isinuu dubbattanuuti
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 21

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Lubbuu keessan keessas (akkasuma)Sila hin argitanuu

Suuratu Aayah 21/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Friday, October 2, 2026

Don't forget us in your sincere prayers