Adh-Dhariyat · 19/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَفِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ ۝١٩
Wa feee amwaalihim haqqul lissaaa`ili walmahroom
📖 Afaan Oromoon
Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Adh-Dhariyat

17كَانُوا قَلِيلًا مِّنَ اللَّيْلِ مَا يَهْجَعُونَ
Halkan irraa xiqqaa qofa kan rafan turan
18وَبِالْأَسْحَارِ هُمْ يَسْتَغْفِرُونَ
Yeroo hiraabaa (obboroo) isaan araarama kadhataniidha
19وَفِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ لِّلسَّائِلِ وَالْمَحْرُومِ
Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha
20وَفِي الْأَرْضِ آيَاتٌ لِّلْمُوقِنِينَ
Dachii keessas isaan dhugaan amananiif mallattooleetu jiru
21وَفِي أَنفُسِكُمْ ۚ أَفَلَا تُبْصِرُونَ
Lubbuu keessan keessas (akkasuma)Sila hin argitanuu
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 19

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kan qabeenya isaanii keessa kadhataafi kan hin kadhanneefis haqni jiruudha

Suuratu Aayah 19/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers