Adh-Dhariyat · 56/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ ۝٥٦
Wa maa khalaqtul jinna wal insa illaa liya`budoon
📖 Afaan Oromoon
Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Suuratu Adh-Dhariyat

54فَتَوَلَّ عَنْهُمْ فَمَا أَنتَ بِمَلُومٍ
Isaan irraa garagali; ati komatamaa miti
55وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ
Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii
56وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ
Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne
57مَا أُرِيدُ مِنْهُم مِّن رِّزْقٍ وَمَا أُرِيدُ أَن يُطْعِمُونِ
Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhuAkka Ana nyaachisanis hin fedhu
58إِنَّ اللَّهَ هُوَ الرَّزَّاقُ ذُو الْقُوَّةِ الْمَتِينُ
Rabbiin Isatu akkaan soorata kennaa, abbaa humna cimaati
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 56

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne

Suuratu Aayah 56/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers