Adh-Dhariyat · 55/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ۝٥٥
Wa zakkir fa innaz zikraa tanfa`ul mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 53-57 — Suuratu Adh-Dhariyat

53أَتَوَاصَوْا بِهِ ۚ بَلْ هُمْ قَوْمٌ طَاغُونَ
Sila (sobsiisuu kana) waliif dhaamanii? Lakkisaa, isaanumatu ummata daangaa dabroodha
54فَتَوَلَّ عَنْهُمْ فَمَا أَنتَ بِمَلُومٍ
Isaan irraa garagali; ati komatamaa miti
55وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ
Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii
56وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ
Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne
57مَا أُرِيدُ مِنْهُم مِّن رِّزْقٍ وَمَا أُرِيدُ أَن يُطْعِمُونِ
Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhuAkka Ana nyaachisanis hin fedhu
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 55

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii

Suuratu Aayah 55/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers