Adh-Dhariyat · 57/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
مَا أُرِيدُ مِنْهُم مِّن رِّزْقٍ وَمَا أُرِيدُ أَن يُطْعِمُونِ ۝٥٧
Maaa ureedu minhum mir rizqinw wa maaa ureedu anyyut`imoon
📖 Afaan Oromoon
Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhuAkka Ana nyaachisanis hin fedhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Adh-Dhariyat

55وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ
Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii
56وَمَا خَلَقْتُ الْجِنَّ وَالْإِنسَ إِلَّا لِيَعْبُدُونِ
Jinniifi ilma namaa akka Ana qofa gabbaraniif malee hin uumne
57مَا أُرِيدُ مِنْهُم مِّن رِّزْقٍ وَمَا أُرِيدُ أَن يُطْعِمُونِ
Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhuAkka Ana nyaachisanis hin fedhu
58إِنَّ اللَّهَ هُوَ الرَّزَّاقُ ذُو الْقُوَّةِ الْمَتِينُ
Rabbiin Isatu akkaan soorata kennaa, abbaa humna cimaati
59فَإِنَّ لِلَّذِينَ ظَلَمُوا ذَنُوبًا مِّثْلَ ذَنُوبِ أَصْحَابِهِمْ فَلَا يَسْتَعْجِلُونِ
Dhugumatti, miidhaa raawwattootaaf qooda adabaa kan akka adabbii fakkaattota isaaniitu jiraafii akka Nan jarjarfanne
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 57

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Soorata homaatuu isaan irraa hin fedhuAkka Ana nyaachisanis hin fedhu

Suuratu Aayah 57/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers