At-Tur · 34/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
فَلْيَأْتُوا بِحَدِيثٍ مِّثْلِهِ إِن كَانُوا صَادِقِينَ ۝٣٤
Falyaatoo bihadeesim misliheee in kaanoo saadiqeen
📖 Afaan Oromoon
Yoo kan dhugaa dubbatan ta’aniif haasaa fakkaataa isaatiin haa dhufanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 32-36 — Suuratu At-Tur

32أَمْ تَأْمُرُهُمْ أَحْلَامُهُم بِهَٰذَا ۚ أَمْ هُمْ قَوْمٌ طَاغُونَ
Sila sammuu isaaniitu kanatti isaan ajaja moo? Lakkii, isaanumatu ummata daangaa darboodha
33أَمْ يَقُولُونَ تَقَوَّلَهُ ۚ بَل لَّا يُؤْمِنُونَ
Sila isatu isa (Qur’aana) uume jedhu moo?” lakkii, isaanumatu hin amanne
34فَلْيَأْتُوا بِحَدِيثٍ مِّثْلِهِ إِن كَانُوا صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa dubbatan ta’aniif haasaa fakkaataa isaatiin haa dhufanu
35أَمْ خُلِقُوا مِنْ غَيْرِ شَيْءٍ أَمْ هُمُ الْخَالِقُونَ
Sila isaan odoo wanti isaan uume hin jirre uumaman moo isaanumatu uumoo dha
36أَمْ خَلَقُوا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ ۚ بَل لَّا يُوقِنُونَ
Moo samiifi dachii uuman? Lakki, isaan hin dhugoomsanu
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — At-Tur 34

Suuratu At-Tur Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo kan dhugaa dubbatan ta’aniif haasaa fakkaataa isaatiin haa dhufanu

Suuratu Aayah 34/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers