At-Tur · 33/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
أَمْ يَقُولُونَ تَقَوَّلَهُ ۚ بَل لَّا يُؤْمِنُونَ ۝٣٣
Am yaqooloona taqawwalah; bal laa yu`minoon
📖 Afaan Oromoon
Sila isatu isa (Qur’aana) uume jedhu moo?” lakkii, isaanumatu hin amanne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu At-Tur

31قُلْ تَرَبَّصُوا فَإِنِّي مَعَكُم مِّنَ الْمُتَرَبِّصِينَ
“Eegaa! Anis isin waliin warra eegu irrayii” jedhiin
32أَمْ تَأْمُرُهُمْ أَحْلَامُهُم بِهَٰذَا ۚ أَمْ هُمْ قَوْمٌ طَاغُونَ
Sila sammuu isaaniitu kanatti isaan ajaja moo? Lakkii, isaanumatu ummata daangaa darboodha
33أَمْ يَقُولُونَ تَقَوَّلَهُ ۚ بَل لَّا يُؤْمِنُونَ
Sila isatu isa (Qur’aana) uume jedhu moo?” lakkii, isaanumatu hin amanne
34فَلْيَأْتُوا بِحَدِيثٍ مِّثْلِهِ إِن كَانُوا صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa dubbatan ta’aniif haasaa fakkaataa isaatiin haa dhufanu
35أَمْ خُلِقُوا مِنْ غَيْرِ شَيْءٍ أَمْ هُمُ الْخَالِقُونَ
Sila isaan odoo wanti isaan uume hin jirre uumaman moo isaanumatu uumoo dha
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — At-Tur 33

Suuratu At-Tur Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila isatu isa (Qur’aana) uume jedhu moo?” lakkii, isaanumatu hin…

Suuratu Aayah 33/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers