An-Najm · 57/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
أَزِفَتِ الْآزِفَةُ ۝٥٧
Azifatil laazifah
📖 Afaan Oromoon
Dhihaattuun (Qiyaamaa) dhihaatteetti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Suuratu An-Najm

55فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكَ تَتَمَارَىٰ
Ni’imaa Rabbii keetii irraa kamiin shakkita
56هَٰذَا نَذِيرٌ مِّنَ النُّذُرِ الْأُولَىٰ
Kun (Muhammad SAW) sodaachisaa sodaachistoota durii irraa ta’eedha
57أَزِفَتِ الْآزِفَةُ
Dhihaattuun (Qiyaamaa) dhihaatteetti
58لَيْسَ لَهَا مِن دُونِ اللَّهِ كَاشِفَةٌ
Rabbiin ala isheef mul’iftuun hin jirtu
59أَفَمِنْ هَٰذَا الْحَدِيثِ تَعْجَبُونَ
Sila haasa’a kana (Qur’aana) irraa dinqisiifattanii
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — An-Najm 57

Suuratu An-Najm Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhihaattuun (Qiyaamaa) dhihaatteetti

Suuratu Aayah 57/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers