An-Najm · 58/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
لَيْسَ لَهَا مِن دُونِ اللَّهِ كَاشِفَةٌ ۝٥٨
Laisa lahaa min doonil laahi kaashifah
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin ala isheef mul’iftuun hin jirtu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 56-60 — Suuratu An-Najm

56هَٰذَا نَذِيرٌ مِّنَ النُّذُرِ الْأُولَىٰ
Kun (Muhammad SAW) sodaachisaa sodaachistoota durii irraa ta’eedha
57أَزِفَتِ الْآزِفَةُ
Dhihaattuun (Qiyaamaa) dhihaatteetti
58لَيْسَ لَهَا مِن دُونِ اللَّهِ كَاشِفَةٌ
Rabbiin ala isheef mul’iftuun hin jirtu
59أَفَمِنْ هَٰذَا الْحَدِيثِ تَعْجَبُونَ
Sila haasa’a kana (Qur’aana) irraa dinqisiifattanii
60وَتَضْحَكُونَ وَلَا تَبْكُونَ
Ni kolfituu! Hin boochanuu
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — An-Najm 58

Suuratu An-Najm Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin ala isheef mul’iftuun hin jirtu

Suuratu Aayah 58/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers