An-Najm · 56/62
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Najm
هَٰذَا نَذِيرٌ مِّنَ النُّذُرِ الْأُولَىٰ ۝٥٦
Haazaa nazeerum minan nuzuril oolaa
📖 Afaan Oromoon
Kun (Muhammad SAW) sodaachisaa sodaachistoota durii irraa ta’eedha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 54-58 — An-Najm

54فَغَشَّاهَا مَا غَشَّىٰ
Wanti haguuge ishee haguuge
55فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكَ تَتَمَارَىٰ
Ni’imaa Rabbii keetii irraa kamiin shakkita
56هَٰذَا نَذِيرٌ مِّنَ النُّذُرِ الْأُولَىٰ
Kun (Muhammad SAW) sodaachisaa sodaachistoota durii irraa ta’eedha
57أَزِفَتِ الْآزِفَةُ
Dhihaattuun (Qiyaamaa) dhihaatteetti
58لَيْسَ لَهَا مِن دُونِ اللَّهِ كَاشِفَةٌ
Rabbiin ala isheef mul’iftuun hin jirtu
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — An-Najm 56

Suuratu An-Najm Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun (Muhammad SAW) sodaachisaa sodaachistoota durii irraa ta’eedha

Suuratu Aayah 56/62 — An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Najm Caqasi, An-Najm Hiikkaa, An-Najm mp3, An-Najm pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers