Al-Waqi'ah · 70/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
لَوْ نَشَاءُ جَعَلْنَاهُ أُجَاجًا فَلَوْلَا تَشْكُرُونَ ۝٧٠
Law nashaaa`u ja`alnaahu ujaajan falaw laa tashkuroon
📖 Afaan Oromoon
Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 68-72 — Al-Waqi'ah

68أَفَرَأَيْتُمُ الْمَاءَ الَّذِي تَشْرَبُونَ
Mee waa’ee bishaan dhugdanii san Naaf himaa
69أَأَنتُمْ أَنزَلْتُمُوهُ مِنَ الْمُزْنِ أَمْ نَحْنُ الْمُنزِلُونَ
Sila duumessa irraa isintu isa buusee? Moo Nutu (isa) buusoo dha
70لَوْ نَشَاءُ جَعَلْنَاهُ أُجَاجًا فَلَوْلَا تَشْكُرُونَ
Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne
71أَفَرَأَيْتُمُ النَّارَ الَّتِي تُورُونَ
Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa
72أَأَنتُمْ أَنشَأْتُمْ شَجَرَتَهَا أَمْ نَحْنُ الْمُنشِئُونَ
Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
70Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 70

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 70 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne

Suuratu Aayah 70/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 68–72. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers