Al-Waqi'ah · 71/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
أَفَرَأَيْتُمُ النَّارَ الَّتِي تُورُونَ ۝٧١
Afara`aytumun naaral latee tooroon
📖 Afaan Oromoon
Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 69-73 — Suuratu Al-Waqi'ah

69أَأَنتُمْ أَنزَلْتُمُوهُ مِنَ الْمُزْنِ أَمْ نَحْنُ الْمُنزِلُونَ
Sila duumessa irraa isintu isa buusee? Moo Nutu (isa) buusoo dha
70لَوْ نَشَاءُ جَعَلْنَاهُ أُجَاجًا فَلَوْلَا تَشْكُرُونَ
Odoo feenee soogiddoo (kuraawaa) isa taasifnaSila maaliif (Rabbiin) hin galatoomfanne
71أَفَرَأَيْتُمُ النَّارَ الَّتِي تُورُونَ
Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa
72أَأَنتُمْ أَنشَأْتُمْ شَجَرَتَهَا أَمْ نَحْنُ الْمُنشِئُونَ
Sila muka ishee isintu biqilchee? Moo Nutu biqilchoo dha
73نَحْنُ جَعَلْنَاهَا تَذْكِرَةً وَمَتَاعًا لِّلْمُقْوِينَ
Nuti ibidda kana gorsaafi qananii imaltoonni itti fayyadaman ishee goone
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
71Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 71

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 71 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mee waa’ee ibidda qabsiifattanii san naaf himaa

Suuratu Aayah 71/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 69–73. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers