Al-Hadid · 17/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hadid
اعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ يُحْيِي الْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَا ۚ قَدْ بَيَّنَّا لَكُمُ الْآيَاتِ لَعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ ١٧
Transliteration
I`lamooo annal laaha yuhyil arda ba`da mawtihaa; qad baiyannaa lakumul Aayaati la`allakum ta`qiloon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Beekaa! Dhugumatti, Rabbiin dachii erga isheen duutee booda jiraachisaDhugumatti, akka isin hubattaniif jecha keeyyattoota (keenya) isiniif addeessinee jirra
🎧 Caqasi
📜 Aayah 15-19 — Al-Hadid
15فَالْيَوْمَ لَا يُؤْخَذُ مِنكُمْ فِدْيَةٌ وَلَا مِنَ الَّذِينَ كَفَرُوا ۚ مَأْوَاكُمُ النَّارُ ۖ هِيَ مَوْلَاكُمْ ۖ وَبِئْسَ الْمَصِيرُ
Har’a isiniifi isaan kafaran irraas kafaltiin hin fuudhamuTeessoon keessan ibidda ta’aIsheen jaallalloo keessaniDeebiin waa fokkate
16۞ أَلَمْ يَأْنِ لِلَّذِينَ آمَنُوا أَن تَخْشَعَ قُلُوبُهُمْ لِذِكْرِ اللَّهِ وَمَا نَزَلَ مِنَ الْحَقِّ وَلَا يَكُونُوا كَالَّذِينَ أُوتُوا الْكِتَابَ مِن قَبْلُ فَطَالَ عَلَيْهِمُ الْأَمَدُ فَقَسَتْ قُلُوبُهُمْ ۖ وَكَثِيرٌ مِّنْهُمْ فَاسِقُونَ
Warra amananiif, yeroon qalbiin isaanii zikrii Rabbiitiifi dhugaa irraa waan bu’eef laaftu hin dhihaannee? Akka warra isaaniin dura kitaaba kennamanii, yeroon itti dheerattee, qalbiin isaanii goggogdee, baay’een isaanii shari’aa irraa bahanii tahuu dhabutti (hin dhihaannee)
17اعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ يُحْيِي الْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَا ۚ قَدْ بَيَّنَّا لَكُمُ الْآيَاتِ لَعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ
Beekaa! Dhugumatti, Rabbiin dachii erga isheen duutee booda jiraachisaDhugumatti, akka isin hubattaniif jecha keeyyattoota (keenya) isiniif addeessinee jirra
18إِنَّ الْمُصَّدِّقِينَ وَالْمُصَّدِّقَاتِ وَأَقْرَضُوا اللَّهَ قَرْضًا حَسَنًا يُضَاعَفُ لَهُمْ وَلَهُمْ أَجْرٌ كَرِيمٌ
Dhiiroliin sadaqaa kennatan, dubartoonni sadaqaa kennatte, kanneen liqaa gaarii Rabbiif liqeessan, (mindaan isaanii) dachaa isaaniif ta’aMindaan gaarii ta’ees isaaniif jira
19وَالَّذِينَ آمَنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ أُولَٰئِكَ هُمُ الصِّدِّيقُونَ ۖ وَالشُّهَدَاءُ عِندَ رَبِّهِمْ لَهُمْ أَجْرُهُمْ وَنُورُهُمْ ۖ وَالَّذِينَ كَفَرُوا وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْجَحِيمِ
Isaan Rabbiifi ergamoota Isaatti amanani, isaantu warra dhugaan amananiidhaWareegamtoonni Gooftaa isaanii biratti mindaa isaanitiifi ibsaa isaaniitu isaaniif jiraIsaan kafaranii keeyyattoota keenya sobsiisan immoo isaan sun warra ibiddaati
Al-HadidTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MedinanRevelation
17Aayah
Hiikkaa — Al-Hadid 17
Suuratu Al-Hadid Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Beekaa! Dhugumatti, Rabbiin dachii erga isheen duutee booda jiraachisaDhugumatti, akka…Suuratu Aayah 17/29 — Al-Hadid الحديد (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hadid Caqasi, Al-Hadid Hiikkaa, Al-Hadid mp3, Al-Hadid pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








