Al-An'am · 38/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
وَمَا مِن دَابَّةٍ فِي الْأَرْضِ وَلَا طَائِرٍ يَطِيرُ بِجَنَاحَيْهِ إِلَّا أُمَمٌ أَمْثَالُكُم ۚ مَّا فَرَّطْنَا فِي الْكِتَابِ مِن شَيْءٍ ۚ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّهِمْ يُحْشَرُونَ ۝٣٨
Wa maa min daaabbatin fil ardi wa laa taaa`iriny yateeru bijanaahaihi illaaa umamun amsaalukum; maa farratnaa fil Kitaabi min shai`in summa ilaa Rabbihim yuhsharoon
📖 Afaan Oromoon
Deddeemtuu dachii keessaas taee simbirroon koola isaa lamaaniin bararus uumamuma akka keessanii malee hin taaneKitaaba keessatti Nuti homaa hin dhiifneErgasii gara Gooftaa isaanii oofamu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 36-40 — Al-An'am

36۞ إِنَّمَا يَسْتَجِيبُ الَّذِينَ يَسْمَعُونَ ۘ وَالْمَوْتَىٰ يَبْعَثُهُمُ اللَّهُ ثُمَّ إِلَيْهِ يُرْجَعُونَ
Kan owwaatu warruma dhaga’u qofaDuaawwan immoo Rabbiin isaan kaasaErgasii gara Isaatti deebifamu
37وَقَالُوا لَوْلَا نُزِّلَ عَلَيْهِ آيَةٌ مِّن رَّبِّهِ ۚ قُلْ إِنَّ اللَّهَ قَادِرٌ عَلَىٰ أَن يُنَزِّلَ آيَةً وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Maaliif mallattoon Gooftaa isaa irraa isa irratti hin buufamne?" jedhu"Dhugumatti, Rabbiin mallattoo buusuu irratti danda’aa dha" jedhiGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
38وَمَا مِن دَابَّةٍ فِي الْأَرْضِ وَلَا طَائِرٍ يَطِيرُ بِجَنَاحَيْهِ إِلَّا أُمَمٌ أَمْثَالُكُم ۚ مَّا فَرَّطْنَا فِي الْكِتَابِ مِن شَيْءٍ ۚ ثُمَّ إِلَىٰ رَبِّهِمْ يُحْشَرُونَ
Deddeemtuu dachii keessaas taee simbirroon koola isaa lamaaniin bararus uumamuma akka keessanii malee hin taaneKitaaba keessatti Nuti homaa hin dhiifneErgasii gara Gooftaa isaanii oofamu
39وَالَّذِينَ كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا صُمٌّ وَبُكْمٌ فِي الظُّلُمَاتِ ۗ مَن يَشَإِ اللَّهُ يُضْلِلْهُ وَمَن يَشَأْ يَجْعَلْهُ عَلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Isaan keeyyattoota keenya kijibsiisan duudaafi arraba qabamaa dukkana keessa jiraniidhaRabbiin nama fedhe isa jallisa; nama fedhe immoo karaa qajeelaa irra isa godha
40قُلْ أَرَأَيْتَكُمْ إِنْ أَتَاكُمْ عَذَابُ اللَّهِ أَوْ أَتَتْكُمُ السَّاعَةُ أَغَيْرَ اللَّهِ تَدْعُونَ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Jedhi: "Sila yoo adabbiin Rabbii isinitti dhufe yookiin Qiyaamaan isinitti dhufte, yoo kan dhugaa dubbattan taataniif, waan Rabbiin alaa ni kadhattuu? mee naaf himaa
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-An'am 38

Suuratu Al-An'am Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Deddeemtuu dachii keessaas taee simbirroon koola isaa lamaaniin bararus uumamuma…

Suuratu Aayah 38/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers