As-Saff · 4/14
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saff
إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ الَّذِينَ يُقَاتِلُونَ فِي سَبِيلِهِ صَفًّا كَأَنَّهُم بُنْيَانٌ مَّرْصُوصٌ ٤
Transliteration
Innal laaha yuhibbul lazeena yuqaatiloona fee sabeelihee saffan kaannahum bunyaanum marsoos
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin warra karaa Isaa keessatti akka ijaarsaa wal qabataa taanii hiriiraan lolan ni jaalata
🎧 Caqasi
📜 Aayah 2-6 — As-Saff
2يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لِمَ تَقُولُونَ مَا لَا تَفْعَلُونَ
Yaa warra amantan! Maaliif waan hin hojjanne haasoftu
3كَبُرَ مَقْتًا عِندَ اللَّهِ أَن تَقُولُوا مَا لَا تَفْعَلُونَ
Waan hin hojjanne haasauun keessan jibbaansi isaa Rabbiin biratti guddate
4إِنَّ اللَّهَ يُحِبُّ الَّذِينَ يُقَاتِلُونَ فِي سَبِيلِهِ صَفًّا كَأَنَّهُم بُنْيَانٌ مَّرْصُوصٌ
Rabbiin warra karaa Isaa keessatti akka ijaarsaa wal qabataa taanii hiriiraan lolan ni jaalata
5وَإِذْ قَالَ مُوسَىٰ لِقَوْمِهِ يَا قَوْمِ لِمَ تُؤْذُونَنِي وَقَد تَّعْلَمُونَ أَنِّي رَسُولُ اللَّهِ إِلَيْكُمْ ۖ فَلَمَّا زَاغُوا أَزَاغَ اللَّهُ قُلُوبَهُمْ ۚ وَاللَّهُ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الْفَاسِقِينَ
Yeroo Muusaan ummata isaatiin "yaa ummata (kiyya)! Odoo akka ani Ergamaa Rabbii kan gara keessanitti (ergame tauu) sirriitti beektanuu maaliif na rakkiftan?" jedhe [yaadadhaa]Yeroma isaan jallatanu Rabbiin onnee isaanii jalliseRabbiin ummata finciltoota hin qajeelchu
6وَإِذْ قَالَ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ يَا بَنِي إِسْرَائِيلَ إِنِّي رَسُولُ اللَّهِ إِلَيْكُم مُّصَدِّقًا لِّمَا بَيْنَ يَدَيَّ مِنَ التَّوْرَاةِ وَمُبَشِّرًا بِرَسُولٍ يَأْتِي مِن بَعْدِي اسْمُهُ أَحْمَدُ ۖ فَلَمَّا جَاءَهُم بِالْبَيِّنَاتِ قَالُوا هَٰذَا سِحْرٌ مُّبِينٌ
Yeroo Iisaa Ibni Maryam "yaa Banii Israaiil! Ani Ergamaa Rabbii kan waan Tawraatiin keessatti na dura bue dhugoomsuufi ergamaa na booda dhufu kan maqaan isaa Ahmad taeen (isin) gammachiisu taee gara keessan ergame" jedhe [yaadadhaa]Yeroma inni ragaawwan ifaan isaanitti dhufes "kun sihrii (falfala) ifa galaa dha" jedhan
As-SaffTarreeffama Qur'ana
14Aayah
MedinanRevelation
4Aayah
Hiikkaa — As-Saff 4
Suuratu As-Saff Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin warra karaa Isaa keessatti akka ijaarsaa wal qabataa taanii…Suuratu Aayah 4/14 — As-Saff الصف (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saff Caqasi, As-Saff Hiikkaa, As-Saff mp3, As-Saff pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








